1/4
Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) screenshot 0
Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) screenshot 1
Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) screenshot 2
Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) screenshot 3
Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) Icon

Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu)

sammubani
Trustable Ranking Iconمورد اعتماد
1K+دانلودها
6MBاندازه
Android Version Icon4.0.3 - 4.0.4+
إصدار الأندرويد
16.03(21-10-2020)آخرین نسخه
-
(0 دیدگاه‌ها)
Age ratingPEGI-3
دانلود
جزییاتدیدگاه‌هانسخه‌هاالمعلومات
1/4

توضیحات Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu)

Maqaan duraa Aplikeeshinii kana "Jireenya Badhaatu" dha. Ergasii gara "Ibsaa Jireenyaa" jijjirame. Aplikeeshinin Ibsaa Jireenyaa websaayiti sammubani.com irraa haala aplikeeshinitiin kan dhufeedha. Jireenya dukkanaa keessaa gara ifaatti, dhama’uu fi raata’uu keessaa gara karaa qajeela irra deemutti namni bahuu barbaade, afaan isaatiin kitaaba ykn barruu dubbisuun furmaata guddaadha. Websaayitiin sammubani.com kana kaayyoo godhachuun waggootaaf tajaajila irra jira. Sammubani.com jireenya keessatti eessarraa ka'anii eessa deemu akka qaban, kaayyoon ilma namaa maal akka ta'e fi dukkana keessaa ifatti akkamitti akka bahan tooftaa fi furmaata sirriitti fayyadamuun karaa namatti akeeka. "Sammubani.com" jechuun kan moggaafameef namoonni haqaaf sammuu ofii akka bananii fi ifa arganiifi. Abbootin ykn namoonni naannoo haqa irra yoo hin jiraatin, wanta isaan irra turan irratti goguun sammuu namaa duucha, haqa akka hin argine nama taasisa. Kanaafu, haqa arguuf sammuu fi ija bani, nama milkaa'u fi gammachuu argatu taatati.

Websaayiti kana gara aplikeeshinitti jijjiruun dubbistootaaf akka salphatu ta’a. Faaydan aplikeeshinin kuni qabu keessaa:

-Barruulee mallattoo ‘Save’ tuquun boodarra “Barruu olkaa’ame” keessaa offline dubbisuu

-Peejii Jireenya Badhaatu osoo fesbuuki hin seenin aplikeeshini kana irratt argachuu

-Jecha wayii mataa gubbaa saanduqa “Search” keessatti barreessun barruu fedhan keessa barbaadu

-Karaa barbaadaniin barruu raabsu (share gochuu) fi kan biroo

Isin dhageefachuu fi yaada keessan fudhachuuf qophiidha. Wanta itti dabalamuu fi irraa hir’itu yoo jiraate yaada keessan nuun gaha.

Dabalataaf waa'ee fi kaayyoo websaayiti kanaa baruuf: https://www.sammubani.com/objective/ daawwadhaa.


Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) - نسخه 16.03

(21-10-2020)
سایر نسخه‌ها
تازه‌هاConverting sammubani.com to app

هنوز هیچ دیدگاه و نظری وجود ندارد! برای ثبت اولین دیدگاه لطفا روی کلیک کنید.

-
0 Reviews
5
4
3
2
1

Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) - اطلاعات APK

نسخه APK: 16.03حزمة: mobi.androapp.sammubani.c6937
سازگاری با اندروید: 4.0.3 - 4.0.4+ (Ice Cream Sandwich)
برنامه‌نویس:sammubaniشرایط حریم‌خصوصی:https://www.sammubani.com/privacy-policyمجوزها:11
نام: Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu)اندازه: 6 MBدانلودها: 30نسخه : 16.03تاریخ انتشار: 2021-04-18 23:57:53حداقل صفحه‌نمایش: SMALLپردازشگر پشتیبانی‌شده:
شناسه بسته: mobi.androapp.sammubani.c6937امضای SHA1: 33:62:2E:73:C6:FA:71:48:94:DB:47:40:8D:EE:07:20:29:4A:2D:85برنامه‌نویس (CN): Genius Foolsسازمان (O): PuzzlersWorldمنطقه (L): Bangaloreکشور (C): 91استان/شهر (ST): Karnatakaشناسه بسته: mobi.androapp.sammubani.c6937امضای SHA1: 33:62:2E:73:C6:FA:71:48:94:DB:47:40:8D:EE:07:20:29:4A:2D:85برنامه‌نویس (CN): Genius Foolsسازمان (O): PuzzlersWorldمنطقه (L): Bangaloreکشور (C): 91استان/شهر (ST): Karnataka

آخرین نسخه Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu)

16.03Trust Icon Versions
21/10/2020
30 دانلودها6 MB اندازه
دانلود